Dhangii Baafataa

Halqara baafataa Baldhinaafi dheerina Sararaa, Keessa Garoota.

Kamshaa Sararootaa fi xiyyoota irraa, sajoo Sarara Garaa cuqaasi.

Galmee Fakkaasaa keessatti, caancala baqqaanaa irra mirga-cuqasiitti, Baqaana Fooyyessi filadhu

Dhangii - Baqqaana Filadhu (Fakkasaa LibreOfficeDev qofaaf)